BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp akkasumas Facebook gubbaa hordofaa. Oduuwwan BBC Afaan Oromoo biroo dubbisuuf as cuqaasaa.
Maallaqi sun taatoon fiilmii saal-quunnamtii Tiraamp waliin ejjuushee akka hin dubbanneef afaan luugamuuf kan kaffalameedha. Pirezidantiin haaraa filatame kun himata irratti dhihaate kana waakkateera.